Leviticus 13:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo eegi qaalichi laalelle madaani sunini qilachu baate, ammo ka rifeensi dansaani gadi imbahini, inni ha isa haga guyya torba gumi keesaa koba baasuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi yoo dhibee bo'isa'aa arge, dhibeen sun yoo gogaa keessa hin seenne, yoo rifeensa gurraacha hin qabaanne gadichi nama dhibee bo'isa'aa qabu san guyyaa torbaaf mana addaa keessatti balbala itti haa cufuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi madaa akkasii tana yennaa qorqore ammoo, madaan sun gogaa keessa adoo hin dabarin, rifeensi gurraachille keessa yoo hin jiraatin, hayyichi nama san haga guyyaa torbaa qofi isa baasuu ti.