Leviticus 13:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi ha guyya torbeeso mada suni ilaalu. Yo madaani suni inguddatinini, yokhaani ka rifeensi hahad'ichi iti imbahini, yokhaani ka isiini qile intahini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa torbeesso'ootitti gadichi dhibee san hin laala; yoo bo'isaan sun babadhatee hin jiraanne, yoo rifeensi isaa boora hin taanee fi yoo madaan sun keessa gad seenee hin jiraanne, haa haadamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torbeesso'ootitti hayyichi ammalle madaa san qorqoruu ti; madaan sun adoo hin babadhatin, rifeensi isii keessaa booka fakkaatee gogaa keessa dabartee gara keessaa boollottee yoo hin jiraatin,