Leviticus 13:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo madaani suni eegi inni qulqullo jed'ani biyya beesisani hammaate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu haga qulqullaayeen maayessa bo'isaan yoo gogaa isaa irratti babadhate, gadichi hin laalaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qulqulluu akka te'e beessifameen duuba madaan sun gogaa keessa babadhataa yoo deente ammoo,