Leviticus 13:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qaallichi ha ammalle isa ilaabu. Yo madaani suni hammaate, qaallichi waan rifeensa hahad'icha kaani barbaadufi inqabu; nami suni qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo dhibeen sun nafa isaa irratti babadhate, gadichi rifeensa boora hin soqu; battii waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
hayyichi isa qorqoruu ti; madaan sun gogaa keessa babadhattee yoo jiraatte, namichi battii waan te'eef, hayyichi rifeensa booka fakkaatu san ilaaluu hin barbaachisu.