Leviticus 13:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo aka qaallichati madaani suni inhamaatini, ka rifeensi dadansaani keesaniti bau jiru madaani sunini qulqullo jed'e ha biyya, beesisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu yoo dhibeen sun akkasumatti jiraatee rifeensi gurraachi irratti marge, bo'isaan sun fayyeeraaf; innillee qulqullu'u; gadichillee ati qulqullu'u jedhaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, akka ilaalcha hayyichaatitti madaan sun achumatti hattee, rifeensi guraachi keessatti latee yoo jiraate, madaan sun fayyiteerti. Namichi qulqullu'u; akka inni qulqulluu te'e hayyichi beessisuu ti.