Leviticus 13:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo madaani sunini addaate, gadiqile tahu baate, rifeensilleeni adi tahu baate, qaallichi ha nama suni gumi keesa koba baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu yoo baccarroon sun gogaa addeessee foon keessa ka gad hin buune ta'e, yoo rifeensi hin addaanne, gadichi sun namicha dhibame san guyyaa torbaaf mana addaatitti itti haa cufuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baarileen gogaa namichaa irraa sun gara keessaa boollottee yoo hin jiraanne, rifeensi isii keessaalle adii te'ee yoo hin jiraanne, hayyichi nama dhibamaa san haga guyyaa torbaa qofi isa baasuu ti.