Leviticus 13:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja madaani wonti adiifi diimtuni keesani baatu molu suni keesani baate, isiini d'ukuba hama aka qomaat'aati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu yoo mataan molaaye sun madaa adii yookaan madaa diimaa qabaate, inni dhibee gogaa kukkutu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni moluu ifii irratti yookiin adda ifii irratti madaa diimattee addaattu yoo qabaate, dhukkuba goga'aa farrisiisaa mataa isaa irratti yookiin adda isaa irratti baye.