Leviticus 13:44 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qaallichi ha inni qulqullooniti jed'e biyya beesisu; wonti akanatiifi mataani isaa d'ukuba hama aka qomaat'a qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi batti'i jedhaan; dhibeen mataa isaa irra jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nami sun dhukkuba goga'aa farrisiisaa qaba; battiille'e. Inni mataa ifii irraa madaa waan qabuuf, hayyichi akka inni battii te'e beessisuu ti.