Leviticus 13:49 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle damansi sunini dottaate yokhaani diimate, inni damansa guddate amma waan ch'ufa qabachu jiru, tanaafi qaallu garsiisu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bifti isaa yoo akka bifa margaa yookaan yoo diimate, dhibee namatti lufu waan ta'eef gadichatti uf haa mudhisuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addeen tuttuqante sun magariisottee yookiin diimattee woyaa irratti yookiin waan gogaa irraa hujame irratti yookiin woyaa meya worra woyaa dhowuutiin dhowante irratti yookiin ta harkaan dhowante irratti yookiin meya gogaa irraa hujame mara irratti yoo mudhatte, dhukkuba goga'aa farrisiisaa babadhataa deemu waan te'eef hayyichatti mudhifamuu ti.