Leviticus 13:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi ha ammalle guyya torbeeso isa ilaale, yo madaani suni akuma qara kaani jiraate, ka hagasi ira inguddatini inni arge, inni ammalle ha bulti torba d'ibi biyya keesa isa koba baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa torbeesso'ootitti gadichi laalee yoo dhibeen sun akkasumatti jiraate, gogaa isaa irra yoo babadhatee hin jiraanne, ammallee guyyaa torbaaf achuma haa teessisuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torbeesso'ootitti hayyichi isa qorqoree, madaan sun akkuma duraa teetee gogaa isaa keessa babadhataa yoo hin jiraanne, hayyichi ammalle haga guyyaa torbaa qofi isa baasuu ti.