Leviticus 13:52 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi waan suni gubu male, wonti akanatiifi, damansi suni ya guddate waan ch'efa qabate, tanaafi ibidaani gubu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka ibiddaan gubamee badu waan ta'eef gadichi ibiddaan haa gubuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi woyaa yookiin woyaa meya worra woyaa dhowuutiin dhowante yookiin ta harkaan dhowante, Woyaa rifeensa hoole'eetiin yookiin quncee talba'aatiin hujante yookiin meya gogaa irraa hujame mara ka dhukkuba goga'aa farrisiisa'aan tuttuqame gubuu ti; inni dhukkuba goga'aa farrisiisaa hamaa waan te'eef, mey sun gubamuu ti.