Leviticus 13:55 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege qaallichi ilaale, yo damansi suni bifa jijirachu baate, ato guddachule baate, inni qulqullooniti, miha suni gubu maltani, ato damansi dura yokhaani duuba jiratele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessallee deebi'ee gadichi haa laaluu; yoo babadhatuullee baate biftillee yoo jijjiiramuu baate, ammallee battima; duraa duubaanillee akka waan shamuu ta'ee yoo jiraate uffanni sun haa gubamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mey tuttuqame sun dhiqameen duuba hayyichi qorqoruu ti; dhukkubi sun bifa ifii yoo hin jijjiiratin, meya keessa babadhatuu dhabulle, mey sun batti'i; dhukkubi sun meya san gara keessaatiin yookiin gara duubaatiin tuttuqee jiraatulle ibiddaan gubuu ti.