Leviticus 13:59 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaani waan damansae gaad'a booftatifi yokhaani dabassicha taanaani woya boofta yokhaani dabassiti taanaani, yokhaani waan gogaani mid'aasani taanaani tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu seerri kun uffata gad diratan ta'ee'e uffata rifeensa hoola'aa irraa hojjatame, uffata gogaa irraa hojjatame ka jirbi'iitii fi ka fooyaa jirbi'ii ta'e akkaataa kanniiniin dhibee badaa goga'aa ka lufu ittiin beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun seera uffanni rifeensa hoole'ee irraa hujame yookiin woyaan meya worra woyaa dhowuutiin dhowante yookiin ta harkaan dhowante yookiin mey gogaa irraa hujame martille ka dhukkuba goga'aa farrisiisa'aan tuttuqame, dhukkuba goga'aa farrisiisaa irraa akka qulqulloome yookiin battii akka te'e ittiin beekkamu.