Leviticus 13:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo madaani suni, eegi qaallichi ilaale qulqullo jed'e biyya beesise guddate inni ammalle qaallicha dura d'ufu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu haga gadichi akka inni qulqullaaye beekeen maayessa cittoon isaa sun yoo gogaa isaa irra babadhate, ammallee deebi'ee gadichaan haa laallamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi isa qorqoree qulqulluu akka inni te'e beessiseen duuba robbiin sun gogaa isaa keessaa babadhataa yoo deente, inni ammalle hayyicha dura dhikaatuu ti.