Leviticus 13:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi ammalle ha isaa ilaale, yo isiini guddatte, Nami kunini qulqullooniti jed'e ha biyya beesisu; madaani sunini d'ukuba hama aka qomaat'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichillee isa laalee yoo cittoon sun gogaa isaa irratti babadhate sun batti'i, dhibee gogaa kukkutu jedhaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi isa qorqoree robbiin sun gogaa isaa keessa babadhataa deemee yoo jiraate, dhukkubi sun dhukkuba goga'aa farrisiisa'a; hayyichi namichi sun battii akka te'e beessisuu ti.