Leviticus 14:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi ha namichafi waan inni baasu kana ch'ufa fulla Waaro Woyyumatiini d'ufuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi namicha san qulqulleessu kennaa inni dhiyeesse san woliin qabee balbala daasee wol gayi'iititti Rabbiin afoo dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi akka inni qulqulloome beessisu sun namicha qulqulloomuu fi kennansa inni kenne san woliin gara Dunkaanii Woldeenna'aa fuula Mootii Waan maraa dura dhikeessuu ti.