Leviticus 14:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qaallichi elemo tokofi d'ad'a dulo kaani fuud'e, waan gati sorio baasani baase, olqabe, aka AABBO Waaqa baasani garsiisuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa gadichi korbeeyyii hoola'aa keessaa tokko fuudhee waan ciincaa yakkaatiif dhadhaa ejersaa fuudhee Rabbiin afo'otti sosochoosa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Achiin duuba hayyichi buruusoo korbeeyyii hoole'ee san keessaa tokko fuudhee, zayitii ejersaa buttullee tokko woliin kennansa sababa yakka'aatiif dhikaatu, kennansa tachoofamu fuula Mootii Waan Maraa dura dhikeessuu ti.