Leviticus 14:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
quba isaa toko ka harka mirga d'ad'a suni keesa kaye, maro torba d'ad'a suni AABBO Waaqa durati fift'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi dhadhaa ejersaa ka harka isaa irra jiru quba harka mirgaatiin tuqee harka torbaa afoo Rabbiititti quba ufiitiin facaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Quba ifii ka harka middichaa zayitii barruu harka isaa bitaacha keessa jirtu keessa cuuphee yennaa torba Mootii Waan Maraa duratti fiffixuu ti.