Leviticus 14:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba d'ad'a harka isaa keesa jiru kaani haga tokofi d'iiga elemole fuud'e nyaaba gurra mirgatifi quba agicho ka miila mirga ka namicha qulqulleesani kaani ha ibsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi dhadhaa ejersaa ka harka isaa irratti hafe qaccee gurra mirgaa, quba abbuuddichaa ka harka mirgaatii fi ka luka mirgaa dhiiga korbeessaa ka waan cubbu'uutiif dhiyaateen tuqa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zayitii ejersaa ta barruu harka isaa keessatti hatte san qaccee gurra namicha qulqulloomuu san ka gara middaa, quba isaa abguddicha ka harka middichaatii fi quba isaa abguddicha ka miila middichaa dhiiga kennansa sababa yakka'aatiif dhikaatee san irratti dabalee dibuu ti.