Leviticus 14:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle d'ad'a harka isaa keesati hafe kaani ha mata namicha suni ibsu, akanaani inni aada namaani qulqulleesani guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhadhaa ejersaa ka harka isaa irratti hafe fuudhee mataa isaa irratti haa buusuu; akkaataa kanaan gadichi seera woyyoomsu'uu raawwata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zayitii ejersaa ta barruu harka isaatitti hatte san hayyichi mataa namicha qulqulloomuu san dibee, Mootii Waan Maraa duratti gumaa isaaf godhuu ti.