Leviticus 14:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaani nama d'ukuba goga fuud'e fayyeeni qulqulleesani tana. Guyya inni ya qulqullae jed'ani biyya beesisani, ha qaallichatini d'ufaniti;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seerri nama dhibee gogaa kukkutuun qabamee kenname kana; Nama akkasii gara gadichaa haa fidanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Seerri nama dhukkuba goga'aa farrisiisaa qabu akka aadaa dhugeeffanna'aatitti akka inni qulqulloomuuf gara hayyichaa yennaa fidanuu ka asii gad jiru: