Leviticus 14:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
sorio sunifi mid'aani Waaqaa baasani waan mesa fakaata irati Waaqaa baasa. Akanaani qaallichi aada namaani qulqulleesani guute, namichi kaanileeni qulqullaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanallee ciincaa midhaanii woliin hulee ciinca'aatitti ciinceessa; akka kanaan gadichi seera ciincaa araaraa raawwata, innillee hin qulqullaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addee ciinca'aa irratti kennansa midhaanii woliin dhikeessee, gumaa isaaf godhuu ti; innille qulqulluu hin te'a.