Leviticus 14:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya saddeeteeso ka isa qulqulleesani, inni ha waan suni ch'ufa qaallichatini d'ufu, fulla balbala Waaro Woyyumati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa saddeetesso'ootitti gadichi waan cubbuu irraa fayyiiti'iitiif gara daasee wol gayi'ii Rabbiin afoo fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan kana guyyaa saddeetesso'oo qulqulloomiisa ifiitiif seensuma Dunkaanii Woldeenna'aatitti fuula kiyya duratti gara hayyichaa fiduu ti.