Leviticus 14:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni elemo suni qale, d'iiga isa haga toko fuud'e, nyaaba gurra mirgichatifi quba agicho ka harka mirgatifi quba agicho ka miila mirga ka namicha sunitini qabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin afo'otti goorra'a; namicha qulqulleeffamu san qaccee gurra isaa ka mirgaa quba abbuuddicha harkaatii fi ka lukaa tuqaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni buruusoo korbeessa hoole'ee ka sababa yakka'aatiif dhikaate san qalee, dhiiga isaa irraa diqqaa isaa fuudhee, qaccee gurra namicha qulqulloomuu san ka gara middaa, quba isaa abguddicha ka harka middichaatii fi quba isaa abguddicha ka miila middichaa dibuu ti.