Leviticus 14:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
quba isa toko ka harka mirgichatini maro torba AABBO Waaqa durati fifit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi dhadhaa ejersaa ka harka isaa ka bita'aa keessa jiru san harka torbaa Rabbiin afo'otti facaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Quba ifii ka harka middichaatiin barruu harka ifii keessaa zayitii ejersaa san diqqoo isi'ii yennaa torba ana Mootii Waan Maraa duratti fiffixuu ti.