Leviticus 14:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ad'a garile ha fulla qara inni d'iiga ibse taani ibsuuti; nyaaba gurra mirgichatifi quba agicho ka harka mirgatifi quba agicho ka miila mirga ka nama sunile.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi dhadhaa ejersaa ka ganaa isaa keessa jiru san fuudhee qaccee gurra mirgaa, qaccee abbuuddicha harkaatii fi ka quba lukaa dhiiga araara yakkaa san woliin hulee dhiinni araaraa irra jiru saniin tuqa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zayitii ejersaa diqqoo ta barruu harka isaa keessa jirtu san irraa diqqoo isi'ii adduma dhiiga horii sababa yakka'aatiif dhikaate dibe san, qaccee gurra namicha qulqulloomuu san ka gara middaa, quba isaa abguddicha ka harka middichaatii fi quba isaa abguddicha ka miila middichaa itti dabalee dibuu ti.