Leviticus 14:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
fuud'e, sorio dabaani ufi iraa baasani baasu, ammalle sabaliisa kaani ha sorio gubanifi mid'aani Waaqaa baasani woliini baasu. Akanaani qaallichi aada qulqulleesa guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo danda'e tokko dhiifamsa cubbu'uutiif; ka biraa ammo kennaa midhaanii woliin ciincaa ciincawu godhee dhiyeessa; gadichi nama qulqullaawu san Rabbiin afo'otti araara goosisaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Takkattii kennansa araara cubbu'uutiif taan ammoo kennansa gubamuuf, kennansa midhaanii woliin dhikeessuu ti. Akka kanaan hayyichi namicha qulqulloomu saniif fuula ana Mootii Waan Maraa duratti gumaa hin tolcha» jedhe.