Leviticus 14:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja lafa kanaani ta anini isani kennuni baatani, anini mana lafa suni keesa jiru damansa iti buusa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa gara ristii ani isinii kennuu ta biyya Misiriititti galtan yoo ani dhibee gogaa kukkutu biyya ristii isinii kenne keessatti mana nama tokkootitti fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Lafa kana'aanii, ta ani qooda keessan godhee isiniif kennu sanitti yennaa galtanu, ani mana lafa sanii tokko keessatti dhukkuba goga'aa farrisiisaa yoo buuse,