Leviticus 14:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
abbaani mana suni ha d'ufe, qaallichani mani kiyya ya damansae jed'uuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni sun gara gadichaa dhufee waan dhibeen mana kiyya seeneeru natti fakkaata jedhee itti haa himuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
abbaan mana sanii gara hayyichaa dhaqee, ‹Waan dhukkuba goga'aa farrisiisaa fakkaatu mana kiyya keessatti dhaggeera› jedhee hayyichatti himuu ti.