Leviticus 14:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha namaani, waan mana suni keesa jira ch'ufa keesaa baasa jed'u, ato inni ufi qara ilaalu ind'anne; yo akasi intochini, waan mana suni keesa jira ch'ufa dandaani waan qulqullo intahiniti heregani. Eegi suni qaallichi ha mana d'aqe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi meeshaan mana isaa keessa jiru maruu akka hin battoofne meeshaa manaa yaasisee mana duwwaa akka godhu ajaja; achiin maayessa gadichi mana seenee laala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi mana san dhaqee dhukkuba goga'aa farrisiisaa san adoo hin qorqoriniin dura, mey mana san keessa jiru marti akka hin battoonne, mana keessaa akka gad baasanu ajajuu ti; achiin duuba hayyichi mana san seenee qorqoruu ti.