Leviticus 14:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni ha, d'akha damansai suni qabate keesaa baasa, dira alati fulla qulqullo intahiniti gata jed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi dhagaa muka malkanni dhibe'ee irratti argame sanniin ganda keessaa baasisee gara raasa'aatitti akka gatan ajaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
hayyichi dhakaan dhukkubi goga'aa farrisiisaan irratti dhaggame sun hoqonqolamee bayee qacha'aan alatti addee batti'itti akka gatamu ajajuu ti.