Leviticus 14:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni mana suni ch'ufa ha hooqani, waan iraa hooqani suni ch'ufa dira alati fulla qulqullo intahiniti jissani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mana ammo keessa isaa maraa irraa haa bocuu; biyyee irraa bocame gandaan alatti gara raasa'aa baasee hulee bada'atti haa gatamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saniin duuba inni dhaaba mana dhaka'aa san mara gara keessaatiin irraa duguugee, waan irraa hoqooqame san qacha'aan alatti addee batti'itti akka gatamu godhuu ti.