Leviticus 14:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba d'akha d'ibi ha fuud'ani fulla d'akha gatani kaani kayani, aka dansa d'oobaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee dhagaa yookaan munni sun keessaa bayetti dhagaa biraa yookaan dhoqqe'een haa laambubanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba dhakaa dhibii fidanee addee dhakaa kaan baasanetti keyanee, faara haareyaan dhoobbanuu ti.