Leviticus 14:45 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ha ch'absani, d'akhaafi mukhaafi waan isani d'oobani ch'ufa ha dira keesaa baasani, fulla qulqullo intahiniti geesaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi mana san diigee dhagaa'a, dhoqqe'ee fi muka diiggame san waan battii ta'eef gandaan ala gara raasa'aa baasee gata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manni sun diigamee, dhakaan isaa, muki isaa, faarri isaa ka itti dhoobbame marti qacha'aan alatti addee batti'itti gatamanuu ti.