Leviticus 14:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle hojja eegi qaallichi d'ufe ilaale damansi imulatini eegi mana maro lameeso d'oobani, inni ha, Mani sunini qulqullo jed'e biyya beesisu, wonti akanatiifi damansa suni yayu balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gadichi mana seenee laalee haga laambubameen maayessa yoo dhibeen sun mana san keessa babadhachuu baate waan dhibeen sun badeef manni qulqullu'u jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Manni sun dhoobbameen duuba hayyichi dhufee yoo qorqoru ammoo, dhukkubi goga'aa farrisiisaan sun mana san keessa faffaca'ee yoo hin jiraatin, dhukkubi sun waan badeeruuf, manni sun qulqulluu akka te'e hayyichi beessisuu ti.