Leviticus 14:51 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
dame hind'eesatifi museensa diimafi urgoofi simpirre jirtu fuud'e, d'iiga simpirre qalani taanifi bisaani okote keesa jira kaani keesa buusu. Duuba eege keesaa fuud'e, mana suniti maro torba fifit'uti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
muka birbirsaa, baala hisoophi'ii, fooyaa jirbi'ii diima'aa fi simbira hafellee fuudhee dhiiga simbira goorra'amtee maraa fuudhee bisaan burqa'aa keessatti cuuphee harka torbaa mana irratti facaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba muka hindheensaa, baala muka hisoophii, liilana dhiille'ee fi sinbirree lubbu'uun jirtu san fuudhee, dhiiga sinbirree qalanteetii fi bisaan maddaa ka okkotee keessa jiru san keessa cuuphee mana sanitti yennaa torba fiffixuu ti.