Leviticus 14:57 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaani tunini waan qulqulloofi waan qulqullo intahini gargari baafti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
wonti tokko qulqulluu yookaan battii ta'uu isaa seerri ittiin beekkamu kana» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni tokko qulqulluu akka te'e yookiin qulqulluu akka hinte'in isaan kanaan beekkama. Seerri kun seera marroo dhukkuba gosa kana maraa ti.