Leviticus 14:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni d'iiga ha maro torba namicha d'ukuba goga ira qulqulleesaniti fifit'e ya qulqullae jed'e simpirre jirtu taani diidati gad'iisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nama dhibee gogaa kukkutu irraa fayye sanitti harka torbaa facaasee ati qulqullu'u jedhee simbira hafte akka barartu raasaa keessa gad dhiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiiga nama dhukkuba goga'aa farrisiisaa irraa qulqulleeffamu sanitti yennaa torba fiffixee akka inni qulqulluu te'e beessisuu ti. Achii duuba Sinbirree lubbu'uun jirtu san diidatti gad lakkisuu ti.