Leviticus 14:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba namichi sunileeni ha woya miich'ate, mata haadate, nafa d'iqate akasiini qulqullauti. Inni dandae olla seene keesa deema, ammo waaro isaa haga bulti torba inseeniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni qulqullaaye sun uffata ufii miicata, mataallee hin haadata; nafa ufii bisaaniin dhiqatee qulqullaaya; achiin maayessa gara gandaa gala; garuu hulee daasee bulti'iitiin ala guyyaa torbaa taa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami qulqulloome sun woyaa ifii dhiqatuu ti; rifeensa ifii mara haadatee, nafa ifii bisaaniin dhiqatuu ti; achiin duuba inni akka aadaa dhugeeffanna'aatitti qulqulluu hin te'a. Tanaan duuba addee quttumaatitti deebi'uu ti; te'uu malee haga guyyaa torbaa dunkaanii ifiititti adoo hin galin ala turuu ti.