Leviticus 15:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan inni ira tae tuqeleeni haga aduuni d'iituti qulqullooniti ammalle nami waani inni ira tae qabate woya miich'ate nafa d'iqachu male. Innileeni haga aduuni d'iituti qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni meeshaa inni irra taa'e sanniin keessaa tokko yoo tuqe maruu haga galgalaa batti'i; namni meeshaa kana ol fuudhellee uffata ufii haa miicatuu; nafa ufiillee bisaaniin haa dhiqatuu; haga galgalaa inni batti'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan nama san jala jiru mara nami tuqe marti haga galgalaatitti battii hin te'a; waan nami sun irra tee'e mara nami fuudhe woyaa ifii dhiqatuu ti; nafa ifiille bisaaniin dhiqatuu ti; Garuu haga galgalaatitti battii hin te'a.