Leviticus 15:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami ch'oftu qabu, ka harka ind'iqatini, nama d'ibi qabate, nami inni qabate suni woya miich'ate nafa d'iqachu male, ammalle haga aduuni d'iituti inni qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni wonti akka bisaanii nafa isaa keessaa jigu uduu harka hin dhiqanne tuqu maruu uffata ufii haa miicatuu; nafa ufiillee haa dhiqatuu; inni haga galgalaa batti'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nafa hilaa isaa keessaa woy dhangala'u harkaa ifii adoo hin dhiqatin nama tokko yoo tuqe, nami inni tuqe sun woyaa ifii dhiqatuu ti; nafa ifiille bisaaniin dhiqatuu ti; garuu haga galgalaatitti battii hin te'a.