Leviticus 15:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi namichi ch'oftu fayye, torba bule inni woya miich'ate bisaani maddo d'iqachu male, duuba inqulqullaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni wonti akka bisaanii qaama isaa keessaa jigu yoo qulqullaaye qulqullaayuun isaa yoo guyyaa torba ta'een, achiin maayessa uffata ufiitii fi nafa ufii bisaan burqa'aatiin miicata; yoo san qulqullaayaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Nami waan nafa hilaa isaa keessaa dhangala'u irraa yennaa qulqulloome, akka aadaa dhugeeffanna'aatitti guyyaa torba eegatuu ti; woyaa ifii dhiqatee, nafa ifiille bisaan maddaatiin dhiqatuu ti; inni qulqulluu hin te'a.