Leviticus 15:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni iti oobjate, itile taanaani, woya taanaani d'iqu malani, ammalle haga aduuni d'iituti wonti sunini qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffanninii fi erbeen bisaan hormaataa tuqe bisaaniin haa miicamuu; kunillee haga galgalaatitti battaaya'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woyaan yookiin wonni gogaa irraa hujame ta bisaan sanyi'ii tuqe sun marti bisaaniin dhiqantuu ti; garuu haga galgalaatitti battii hin teeti.