Leviticus 15:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani worra Israelitini jettani, Hojja nami d'iira ch'oftu qabaate, wonti isa keesaa yaa suni qulqullooniti;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedha'aatii himaa'a; «Eennullee qaama isaa keessaa wonti akka bisaanii waan bawu yoo ta'e, sababaa waan isa keessaa jigu saniif inni battaaya'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa Israa'eliitiin, ‹Nami nafa hilaa isaa keessaa woy dhangala'u, wonni dhangala'u sun batti'i.