Leviticus 15:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaallichi ha toko fuud'e sorio dabaani ufi iraa baasani baase, kaani sorio gubani baasu; duuba akanaani aada isiini qulqulleesani guutafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi kuukurruu tokko ciincaa cubbu'uutiif, ka lammeesso'oo ammo ciincaa ciincawuuf dhiyeessa, waan battummaa dhiiga isi'iitiif Rabbiin araara gaafata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi isaan keessaa takkattii kennansa araara cubbu'uutiif, taan kennansa gubamuuf dhikeessuu ti. Akka kanaan battummaa dhiiga isii irraa jigu saniif fuula ana Mootii Waan Maraa duratti gumaa isi'iif hin tolcha.