Leviticus 15:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musafi jed'e, waan atini worra Israelitini jettu, waan isani t'ureesa ufira d'owa, aka isani Waaro tiyya ta jiddu teesani jirtu seentani t'ureesitani, akasiini dooti isani ingeenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akkasuma Rabbi ijoolleen Israa'elii battumma'aan hulee bulti'ii ka Rabbiin itti waaqeffatan akka hin xureessine; seerri Muuse'etti kenne kana.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Kolbaan Israa'elii Dunkaanii Woldeenna'aa tiyya ta odduu isaanii jirtu san akka hin batteessine, battummaa ifiille'een akka hin duune, isin waan isaan batteessu irraa adda isaan baasa'a› jedha'a» jedhe.