Leviticus 15:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaani nama ch'oftu qabuufi yokhaani ka ufiti oobjatufi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama dhiiraa yookaan intala; nafa isaa yookaan nafa isi'ii keessaa wonti akka bisaanii bawu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri nama nafa hilaa isaa keessaa woy dhangala'uuf yookiin nama bisaan isaa ka sanyii te'u keessaa dhangala'uuf,