Leviticus 15:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yokhaani waan inni ira tae ch'ufa ira tae woya miich'ate nafa d'iqachu male, ammalle haga aduuni d'iituti inni qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hulee nama qaama isaa keessaa bisaan bayu irra taa'e irra taa'u uffata ufiitii fi qaama ufii haa dhiqatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan nami nafa hilaa ka isaa keessaa woy dhangala'u irra tee'e irra nami tee'e marti woyaa ifii dhiqatuu ti; nafa ifiille bisaaniin dhiqatuu ti; garuu haga galgalaatitti battii hin te'a.