Leviticus 15:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nami nama ch'oftu qabu tuquleeni woya miich'ate nafa d'iqaachu male, ammalle haga aduuni d'iituti inni qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni namicha qaama isaa keessaa wonti akka bisaanii bawu tuqe, uffataa fi nafa ufii haa dhiqatuu; haga galgalaa inni batti'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama nafa hilaa isaa keessaa woy dhangala'u nami tuqe marti woyaa ifii dhiqatuu ti; nafa ifiille bisaaniin dhiqatuu ti; garuu haga galgalaatitti battii hin te'a.