Leviticus 15:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami ch'oftu qabu nama qulqullooti hanch'ufa tufe nami suni woya miich'ate nafa d'iqachu male, ammalle haga aduuni d'iituti inni qulqullooniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni qaama isaa keessaa wonti akka bisaanii bawu sun nama biraa qulqullu'utti yoo tufe, namichi itti tufame sun uffata ufiitii fi nafa ufii haa dhiqatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nafa hilaa isaa keessaa woy dhangala'u nama qulqulluu tokkotti yoo tufe, nami inni itti tufe sun woyaa ifii dhiqatuu ti; nafa ifiille dhiqatuu ti; garuu haga galgalaatitti battii hin te'a.